Channel
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @fmcsport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/
Updated: 2026-08-15
Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira- Komishinicha Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira jedhan Komishinarr…
Hojiin ajandaalee wal simsiisuu cimee itti fufeera- Komishinicha Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Hojiin ajandaalee wal simsiisuu cimee itti fufeera jedhe Komishiniin Marii Biyyaa…
Qajeeltoo Ida’amuun qabeenya uumamaa guddaa Itiyoophiyaan qabdu gara qabeenya walootti jijjiiruun Gaanfa Afrikaa qaamaafi diinagdeen walitti hidhuuf kutannoo cimaa qabna- Ministira…
Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa badhaadhina waloo naannawichaaf bu’uura Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya ummata miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 ol qabduu f…
Har’a Koolleejjii Poolisii Magaalaa Finfinneetti qondaaltota Poolisii marsaa 2ffaan leenji’aa turan 864 eebbisiisne- Aadde Adaanech Abeebee Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Har’a …
Finfinnee magaalaa Tuurizimii Konfiransii Idil-addunyaaf mijattuufi filatamtuu taate Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Bu’uuraaleen misoomaa ammayyaa fi miidhaginni uumamaa walitti…
Waliingahiinsa anniisaa soolaarii cimsuuf hojjetamaa jira- Ministeericha Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Fayyadamummaa anniisaa soolaarii guddisuuf hojiin eegalame cimee itti fuf…
Mariin biyyaalessaa garaagarummaa furuun nageenya waaraa mirkaneessuuf dandeessisa – Jiraattota Magaalaa Finfinnee Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Mariin biyyaalessaa wal-dhabdee…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.