Canal
Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣❤️🔥😁😅🤣😂Dabalataan qoosaa bohaarsoo😇😋
Atualizado: 2026-08-17
Warra kee akka si barbaachisutti si jaallachuu waan hin dandeenyeef dhiifama godhi, achiis ofii keetiif bakka dogoggoraa hundatti jaalala barbaaduu keetiif dhiifama. @Jireenya_jaal…
Namoonni wal jaallatan amala armaan gadii qabu. Badii dhiifamaan bira darbu. Yeroo wal yaadan waliif bilbiluu ykn qaamaan wal arguu filatu. Jecha nama biraa caalaa jecha walii fila…
❤️Nama si amanu gonkumaa hin sobin. ❤️🩹Waan darbe irraanfadhu but don't try it! 💔Miira kee too'adhu malee hin garboominiif! 🫀 @Jireenya_jaalalaa 🫰
Of Caalaa Jaalattee Of Hin Maraachin! Ilaa sitti himuu Karaa salphaan utuu ati hin beekin ittiin of ajjeestuu fi ittiin of salphistu, of caalaa nama jaalachuudha. Kuni karaa ati ma…
Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu! ❤ @Jireenya_jaalalaa ❤️🩹
Durbi tokko jaalala ishee waggaa afurtamaaf (40) dhoksuu dandeessi. Garuu,inaaffaa sa'aatii tokkoof dhoksuu hin dandeessu. ❤ @Jireenya_jaalalaa ❤️🩹
WANTOOTA NAMOONNI DU'UUF DEEMAN ITTI GAABBAN: Biyya Awurooppaa Hospitaala tokko keessatti Narsoonni (Nurse) dhukkubsattoota wal'aansa ulfaataa irra utuu jiranii dhibeen isaanii akk…
Eessa yoon jiraadhes eessa yoo jiraattes onnee koo keessa jirta yeroo kamiyyuu keessatti sin jaaladha lubbuu 😍🌪 ·♡.· .❤ ' 🙎♀ @Jireenya_jaalalaa🙎♂
Como os anunciantes alcançam o público belga no Telegram — um dos regimes de jogo e de restrição publicitária mais duros do continente empurrando operadores para a faixa offshore, e a divisão criativa entre neerlandês, francês e alemão.
Como as marcas alcançam o público americano no Telegram — a divisão entre operadores licenciados e a faixa offshore/cripto-nativa que domina o arquivo, o mapa estadual das apostas e os limites impostos pela SEC e pela CFTC.
Como os anunciantes alcançam o público irlandês no Telegram — o principal mercado de língua inglesa da UE, compartilhando o pool criativo anglófono com Reino Unido e EUA, mas sob MiCA e ESMA, com o novo regulador de jogo GRAI apertando as regras.
Como a Binance executa campanhas patrocinadas no Telegram em 2026 — formatos criativos, estratégia regional e o que o arquivo tgadsspy revela sobre esta exchange de criptomoedas.
Bandeiras — as regiões que pedimos ao nosso conjunto de observadores enquanto registrávamos este anúncio neste canal. É um rótulo sobre o nosso pedido, não um local de exibição confirmado: se não há conta disponível no país solicitado, o conjunto substitui por outra em silêncio e não avisa. Também não é o país de segmentação do anunciante. Paramos de pedir a região em {date}, então criativos mais recentes não têm bandeiras. O país principal do canal (pelo seu idioma) fica destacado em azul; regiões abaixo de 5% são agrupadas em +N.